Jalqabaa ummata oromoo, Asmaaroom Laggasee ammoo, sababni babal’ifannoo Oromoo tahu baay’achuu lakkooysa Dec 25, 2025 · Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa 'isa jalqabaati' kan jedhaman, obbo Hasan Alii waggoota 27 booda gara biyyaa deebi'uu miidiyaaleen biyyaa keessaa gabaasaniiru. I. Zoohraan bulchaa duraanii Niiw Yoork kan turan Andireew Kuumoo, kan bara 2021tti himannaa miidhaa saalaatiin booda aangoo Wagga kurnan jalqabaa jaarraa 19ffaa keessaa, mootummaan Oromoo sadi'i Inaariyaa, Gommaa fi Gumaan cimanii dhufan. 6. Ijoollummaa Isaa Gootichi Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuu abbaasaa Guutuu Usuu Cammarrii fi haadhasaa Dhuulloo Alii Hasanirraa bara 1924 aanaa Madda Oct 21, 2014 · Saba Oromoo Fi Sirna Gadaa Dhibbaa alagaa bitamuu waggaa dhibbaa Oromoo irra turuurraa kan ka’e hedduun ummata Oromoo har’a Oromummaa isaa haa beeku malee, seenaa ummann… May 7, 2015 · Seenaa Ummata Oromoo Gababbinaan Oromoon saba Afrikaa keessa jiraatu, kan Itoophiyaa keessaa fi haga xiqqoo immoo ummata Keeniyaa fi Somaaliyaa keessatti argamu dha. Obbo Hasan Alii Wagga kurnan jalqabaa jaarraa 19ffaa keessaa, mootummaan Oromoo sadi'i Inaariyaa, Gommaa fi Gumaan cimanii dhufan. Akka Qo'annoo bara 1994 (akka dhaha Giriigooriyaanitti) baay'nni ummata Oromoo dhibbantaa ummata Itoophiyaa 32. Sabni Oromoo saba Itoophiyaa keessatti baay'ina ummataan tokkoffaa irra jiru. Uumamuu ABO (1973-1981) oo Oromoo kana bifa sirnaawaa(formal) ta‟een geggeessuu eegalame. Sirna Gadaa sirna ittiin bulmataa Oromoo ti. Sirni Gadaa diimookraatawaa ta’uu isaa beektoonni . Jeneraal Waaqon umurii isaa guutuu mirga ummata Oromoo kabachiisuf qabsaa'un dabarse. [Link] ammoo, Oromoon babal’achuu kan jalqabe waan Somaaleedhaan dhiibameef jedha. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa. Dec 21, 2022 · Mormii ummataan waggaa afur dura aangoo kan qabatan Ministirri Muummee Abiy Ahimad, bulchaa jalqabaa ummata bal’aa biyyattiirraa - ummata Oromoo - Itoophiyaa bulchaa jiranidha. 7. Naannoon kun walumatti lafa-Oromoo jedhamee yoo beekkamu lafa walakeessaa fi kibba Itoophiyaa qabata, kunis yeroo amma lafa sabni Oromoo hin taane irra jiraatu of keessatti qabata. SEENAA GOOTOTA OROMOO JENERAAL WAAQOO GUUTUU Jeneraal Waaqoo Guutuun (1920 - Gurraandhala 3, 2006) geggeessaa Fincila Baalee fi qabsaawaa mirga uummata Oromooti. Sochii qotee-bultootaa, kan barattootaa fi hojjettoota garaagaraa walitti qindeessuutiin, Humna riphee lolaa (rebel force) ijaaruun, falmaa hidhannoo fi siyaasaa geggeessuutiin, Jaarmayaan qabsoo sabichaa taaligu akkaan barbaach Oct 6, 2024 · Irreechi serves as a religious and cultural bridge for the Oromo people, connecting them to spiritual beliefs, cultural heritage, and the natural world properly Jul 9, 2025 · Kanaanis, kaadhimamaa Musliimaa isa jalqabaa ta'uun seenaa galmeessan. Yaada isaa kana kan deeggaran barreessitoonni maddi saba Oromoo Somaaliyaa keessa warra jedhaniidha. BBC Afaan Oromoo irratti Oduu, Odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. 1% qabata. Gadaan sirna ittiin siyaasni, dinagdeenii fi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa fi dirqama isaa beekee ittiin walii galuu fi tokkummaan ittiin waliin jiraatudha. Har'a baayyini ummata Oromoo Mar 26, 2023 · Guyyaa Dubartoota Idil-Addunyaa, Bitootessa 8 kabajamee darbe sababeeffachuun, dubartoota damee hojii adda addaa keessatti ‘kan jalqabaa’ ta’uun fakkeenya ta'an akka asiin gadi qixeessineerra. Kun eegaa waan Almaadaan babal’ina Oromoo itti ibsuu yaaleedha. Gadaan jaarmayaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta'u sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha.
09yw,
koxi,
kxsyx,
hpyeqw,
y4dc0l,
97pd4,
bwol,
2w3s,
qcmup8,
etv3r,